Odeeffannoowwan Filataman

« Back

Biro fayyaa Tigra’i

Bu'uraa misoomaa fayyaa: fayyaa fi fayyaadhan walqabatee kan manxanfamuu  mallaqa ministeera fayyatindha ,Tigra'i kan qabidduu hospitala 15 , senteera fayyaa  123  fi 614 iddoo fayya qabiddii.

Magalan guddoo:-magala guddoo nannolee Tigra'I  Makalee dha.

Namoota: Akkaata hireega 2000(EFY)irratti unda'udhan ejensii jiduugaleessa snteera statistiksii Itiyoophiya tii,Tigra'i bay'ina uumata ishee walittiqabadhan 4,565,000 yota'uu ,isan kessas 2,251,000 dhiira fi  2,314,000 dhaladha.namootin persentii 80.5% 88% ta'an jiratoota badiyya yota'an ,warri magala kessa jiratan immo 19.5% dha.

Nannoo:Nannoleen tilmaman squrii kilomeetira 50,078.64 ta'uu,charteridiin magala bayy'ina uummata 86.56 dha bayy'in namoota kilomeetiran.

Odeeffanno walquunamitti

Bulchinsa nannolee biro fayyaa Tigra'i
lak.sanduqa posta 07
Bahir Dar,Itiyoophiya
lak.bil: +25134-4-400222
Fax: +25134-4-408830
Email: tigrayhealth@ethionet.et
Website: www.trhb.gov.et