Waligalitte I-Hirmanna:
Qoph'iinni barbacha yada fayyadama fi gorsa argachu abba qabenya irra ,dhugomisuu fedhii levili isa guddaa ,ifuumma fi seeran murittessuu fi akkata imammatatiin hojjeechuudha.Abbotiin qabenya kaka'uudhan hrimmanna adda adda irrat tiin dabarsuu kian akka yaada gaafachuu,marii foramoota,blogsii fi qunammitti filatamma akka yaada walii hirruuf ykn deebii adda adda fedhidhan.
Jechoota fi haala fayyadamumma:
Arganna fayyadammumma ministeera dhimma hojjeetoota fi hawaasumma I-Hirmanna dabarsuu kan ilaalatuu karaa sitinfi haalawwan kanneen,akkasummas akka seera Ripablika Dimokiratwa Federaala Itoophiya tiinidha.
- Wallitiqaban yaada debii:
Abootiin qabenya kaakasuu yaada isaan irrat hirmachudhan fi yaada isanii,kan mataduree adda adda irrat mariachuu kan I-hirmanna yaada dabarsuu.fayyadamitoonnii foramidhan ,yata'uu malee ,fayyadamitootiin galma'uu achirrat yaada isan maxanissuu ykn kennuu nidanda'uu. -
Yaada debii to'achuu:
Dhimmi Ministeera hojjeetoota fi hawaasa mirga to'anna yaada deebii yeroo yerodhan iddo hindhisuuf;yaata'uu male kunis dirqama mitti to'achuun fi qunamittin maxanuu kamifiyuu.yata'uu male e Ministeerii hojjetoota fi kan dhimma hawaasumma to'achuu hindanidan barreefama maxanfame hunduma sitichaarrat,nusii mirga kana nideggara garuu diriqamiin hinjiruu balleessudhaf,sochoosudhaf,ykn jijirudhaf maluumayuu kan maxaffamee kan kan mirkannessuu siti sana fi haalwan jiran hundumaa -
Turittin gorsa:
Matadureen igorsa kun turittin isa kan muritteffamuu Ministeera dhimma hojjeeta fi hawaasumat,yerosana,abootiin qabenya yaada isan hunduma ka'uuf mirga niqabuu.dhuma yerosannarrat,matadureen gorsitota nikuufama,fi fayyadamitooni yaada sani eriguu hindanda'an.yata'uu male Dhimmi Ministeera hojjeetoota fi hawaasumma kun mirga irrade'iibanii ittiin banan kan isa dura irrattii mari'atamee matadureewan bayyinan yaada ddebii yoobarbachiseedha. -
Yaada debii kuufamee:
Dhimmi Ministeera hojjeetoota fi hawaasumma mirga sanii qabachuudhan fayyadamudhaf yaada debii kuufamee abootii qabenya irra kan hojii imammata gargaruu ykn caarra hara'a kan uumudha.Ministeerii dhimmii hojjeetoota fi hawaasumma kun bu'a gorsa kanatti fayyadamuu,garuu dirqama miti gochuun. - Beekisisa barbachisaa:
Homittuu dhimma hojjeetoota fi hawaasumma Ministeera kana ykn qacaaramitoota isaanii seeran yaada isaani maxanisuu kara i-hirmanna yaada dabarisutiin.
- GargaassaKutan kun kan yaada kee itti dhiyyeffattuu yota'uu yaada adda adda irrattii kan akka imammata fi tajaajila mootumma, fi walittidhufenya bakka bu'a mootumma wajjindha. Kannen armaan gadii jechoota ijoo kuta i-hirimmanatidha:
Blogsi
Kara blogsiittin uumun nidandama wa'e bulichinsa Ministeera kan yada adda adda kara dhimma hojjetoota fi hawaassuma warra biyya alattii qacaramanif.
Barreeffam marii
Sarara intarinetitin fayyadamuun mariidhaf nidandama mataduree adda adda irrat innis kan akka qacarri uummata biyya ala ,eyama hojii,itti fufa.
Kalatiin Chatii
Waliin dudubachuun kallatidhan kan danda'amuu kara bakka bu'a Bulichisatiin sa'atii 08:30am - 12:20pm fi 1:30pm - 5:30pm nidand'ama.
Yaada imammatawwan
Nui yaada kessan kan kan imammata adda adda yerokana kan Ministeeran qopha'ee nito'aanna.yaada irrat kennuu nidandeessuu filachudhan imaamata fedhi qabidanirrat yaada keessan kennuu nidandessuu.
Yaada debii
You can send us you feedback on government policies, services, etc. through this link.
Komii
Yoo komii qabattan wa'e tajaajilarrat nui yaade kessanif deebii nilanna.mee kara kara walqabsisittuu kana nubekisisa.
Maaliyyuu yoo ta'e
Barreeffama kana i-hirimmana wantoota kara walqabisisittu kana nubekisisa.
SMS fi Tajaajila Mobile
Ibsuu nidandessuu i-hirimmana wantoota kara walqabisisittu kana nubekisisa.