Bu'uraa misoomaa fayyaa: Akkata 2000 (EFY) fayyaa fi fayyaadhan walqabatee kan manxanfamuu mallaqa ministeera fayyatindha ,biiro somali'aa kan qabidduu hospitala 8 , senteera fayyaa 21 fi 290 iddoo fayya qabiddii.
Magalan guddoo:magala guddoo nannolee somali'aa Jijiga jedhama.
Namoota: Akkaata hireega 2000(EFY)irratti unda'udhan ejensii jiduugaleessa snteera statistiksii Itiyoophiya tii,Nannoleen somali'aa bay'ina uumata ishee walittiqabadhan 4,560,000 yota'uu ,isan kessas 2,444,000 dhiira fi 2,116,000 dhaladha.namootin persentii . 82.4% ta'an jiratoota badiyya yota'an ,warri magala kessa jiratan immo 17.6% dha.kunis kan agarsisuu bay'in Affaar irracalan namoota badi'ya jiratan ta'uu agarsisa.
Nannoo:Nannoleen tilmaman squrii kilomeetira 279,252 ta'uu,charteridiin magala bayy'ina uummata 15.5 dha bayy'in namoota kilomeetiran.
Odeeffanno walquunamitti
Bulchinsa nannolee biiro fayyaa Somal'a
lak.sanduqa posta 238
Jijigaa, Itiyoophiya
lak.bil: +25125-7-752022
Fax: +25125-7-752465
Email: anrghb@ethionet.etanrghb@ethio