Bulchinsa Itoophiya qorcha fi ‘aangoo To’aataa ku n federala ejeensii kan hundefamee lak.176/99.
Abban hangoo bulchinsii dawa fi to’aata angoo Itoophiya kun ejeensii Federala kan fundeefamee labsii lakk.176/99 dhan. Aban ‘aangoo kun adeemissii kanas fulbaana bara 2001 dha akka calanderii Girigoriyat.
Mul’ta
Nui kan abdii godhannuu ilalicha bulchinsa dawa fi mala to’aanna innis ciminan kan amanuu fi kara namootatinis fi beekumisa gadii fagoo kan Afrika bara 2015 tidha.
Ergga
Beeksisudhaf fi ittisa ‘uummata fi nagennya ‘uummata egumisa seera dhugomisudhaf ,foyya’iinsa , fi kan adda akkasumas seeran itti fayyadama dawoota kan itti fayyadama qabuu biyya keessatidha.