Embelem of Federal Democratic Republic of Ethiopia Official Portal of Ministry of Health  
Home Mana Lammii Lammii Mootummaa Mootummaa Hojiilee Daldalaa Hojiilee Daldalaa Ogummaa Fayyaa Ogummaa Fayyaa Dhabata Miti Mootummaa fi Addunyaalessa Dhabata Miti Mootummaa fi Addunyaalessa Decrease font Increase font

 Gadi aanoota

 Kayyoo guddina Barkumee


Kayyoo guddina Barkumee 
kan mulisuu

·         Dhabiinsaa balleessuu fi beeluu balleessuu hanga2015.

·         Waliigala barnoota sadarka gadii anaa 2015.

·         Guddina wallqixumma sala fi dubartoota cimisuu.

·         Du’iinsa ijoollee xiqqeessuu.

·         Nagenya yeroo da’uumsa foyyeessuu.

·         Waraana HIV/AIDS,busa fi dhukkuboota gara gara.

·         Dhuugomisuu ittifufinsaa nannoolee.

·         Guddina addunyaawaa michummaa guddinnaf.

Risarchii fayyaa Kayyoo guddina Barkumee  kan mul’iisuu   tajaajiloota  bantuu kan akka diraama,fi rawataama mala fedhii dabaluu fi tajaajiloota kana ittifayadamuu,kessuma uummata badiiyoota,warra hiyooman fi kan akka dubartoota fi da’iimootadha .dursa  kan kennamuuf akka barreeffama arman gaddin tartiban tajaajilii fayyaa ta’eetti,ciminan lammanuu tajajila fi fedhii iittisudha fi fayyaa of’ii eguudha.

Odeeffanoo fi  Qinda’uuma hawaasa kan jijirra amla fiduu,innis hojii hunduuma kan qabatuu  firomisudhan waliigala fayyaa  kara saba qunnamittii  fi qunnamittii hawaasa akka xiyyefannoo ittigafatamuma  kan barbachisa fayyaa ta’ee ,amla jijirra fiduu fidudha. Tajaajili  kunis kan irrat xiyyeeffatuu  wa’ee fayyaa hadhooli barsisudha akkasumas  beekisa  bantuu kan ta’ee kondomii hirudha ,cisaa garii  ORT pakettii kara  qexuu fi networkii daldala (kioski, rita’ilersi,farmasii) . HIV/AIDS Dhukuba darban fi jiduu ta’uu kan kayyeeffate  adagaa gudda gareen  qabatuu,fi sagantoota walqoduu dhowuu fi hawaasa irraa kan adda basuu uummtara warra dhukkuuba HIV/AIDS wajjiin jiratan wajjiin tokkumadhan jirachudha.

Tajaajila fayyaa saganta kanfaltii: innis kan dabalatuu hojii bantuu tajaajila fayyaa saganta kanfaltii fi kessuuma

i/ arfanna lenjii ogummaa fayyaa kanfaltii  hojjeetoota fi ijarsaa fi meshalee fayyaa galma’an;ii/ Fedhii/sekteera dhunfa kan hawaasa jajj/TBAs warra uummta fayyadan akka jijirama amala fidaniif (fkn harmahosisudhan,nyaata, ciisa garii,qulqulut fayyadamudhan..itti fuufa.)  iii) Cimisuu dandeetii fi  fedhi egumsa fayyaa kilinika fi kessuuma akka fayyaa afuura qulquluu bafachuu  fi dhukuba busa ijoollee fi gargasa nyaata, HIV yaaluu fi gorsuu akkasumas da’iimara akka gara hadhat hindaribinee gochuu- mana yaala nannoole fi iddoo maneen fayyat .

Kilinkal guddissuu tajaajila levili jalqaba,Babal’iina senteera fayyaa dabalatee nannoo biyya hundatt,guddina fayyaa galmeessuu barbachisa egumsaa fayyaa klinikala filannoo dabalata stafii tokko ‘oguuma kilinikala galmee hundarrat fi ga’uumsa stafii narsoota galma’an wajjiin haraa fi kan durii senteera fayyaat.Fedhii gorssa yaalii (FGY)mijeessuu fi gorsuu haala sanaf qunnamiti HIV/AIDS isanis qunnamitti saalatiin dhukkuboota darban .kessuma dhukkuba sonba nijabachuu danda’a.dhukkuba foyyeessuu kan akka dhukkuba ADIS fi ittisa dhibee hadharra gara ijoollett akka hindarbineef gichuun iddoo gudda argachuu niqaba..


Harami’na tajaajiloota klinikala ukkaamisuun ariffanna eegumsa wal’aansa gadammeessaa
mesha dabalachuudha waliigala sentera fayyaa akkaata rawatama isa dabalacudhan mana dawii fi kan istafiin barbachisa kan ta’ee deesistoota fi tajajiltoota fayyaa  eegumsa wal’aansa gadammeessa  fi oguumma baqaqissuu,gaha kan ta’ee haala gejjiba mijeessuu ,banki dhiiga senteeroota fayyaa hundarrat jalqabuu fi hareessuu Hospitaloota duuran turan gara senteea riferalii warraa ariffanna eegumsa wal’aansa gadammeessaa .Dandeettii qabatama ta’een jalqabudha.

©Mirga Warabbi Minsteera 2011
Mirga sericha |  Itifayaduuma seraa |  Ditigafatummaa | 
Qaqbumisaa |  Charteerii Maammila